Tajaajiloota nuti kenninu...
dhaabbattoota dhuunfaa fi mootummaaf websayiti nihojjena...
Dhaabbatoota dhuunfaa Garaa garaaf systema nihojjena...
Namoota dhuunfaafis ta'ee dhaabbataaf Aplikeeshinii ni hojjenna...
Cayber Securitii irratti leenjilee Gaggaboobo nikennina...!
Category
Mul'aata keenyaa
‘Mul’atni keenya dhaabbata akkaa addunyatti kalaqaa fi teknoolojiin dhiibbaa uumuuta uudha
Kaayyoon keenya
*lammiilee teknooloojidhaan qaruu
*dhaabbatoota teknoolojiidhan gahu
omaan heddumeesu
*Lammileen tajaajila si'aata,mijjataafi,amansiisa akka argatan gochuu.
Duudhaan fi safuu keenya
*Duudhaan keenya duudhaa sirna gadaati
*Kabaja lammilee
*Wol-qixxummaa
*Amanamuummaa
*Tajaajila si'ataafi amansiisaa kennudha
SEENAA HUNDDESSAA FI ITTI GAFATAMA DHAABBATICHAA !
Maqaanko Abdulhamid Badiru Xayyibin jedhama Naannoo hawwattuufi miidhagduu dechii kantaate Oromiyaa Godina Jimma Aanaa Oomoo beeyyamittin Abbako badiru fi haadhakoo kadijaa aliyyirran bara 1989 e.c dhaladhe
Akkumaa umuriin ko barnootaf gahen barnoota Eegale Bara 2013 surveying techonologyin kollejji TVET saqara eebbifame dabalataanis hojii softwer developer afanota programing language barachuun hojii garaa hojjechuu eegale hammas hojechaara !
Afaanota programing
HTML- Dandeetti afanichaa persentiidhaan
60% muuxanno hojii yeroo dheeraa
CSS-Dandeetti afanichaa persentiidhaan
60% muuxannoo hojii yeroo dheera
HPP-Dandeetti afanichaa persentiidhaan
70% muuxanno hojii yero dheera
JS-Dandeetti afanichaa persentiidhaan
45% muuxanno hojii yero gabaabaa
PYTHON-Dandeetti afanichaa persentiidhaan
60% muuxannoo hojii yeroo dheera
Tajaajiloota
Akkuma beekamu dhabbanni keenya sabbona Softwer developer tajaajilota akka:-
*softwer fi website develope gochaa turrera dhaabbatoota kannen Akka :-
#Hoteela
#Hospitaala
#worshaalee
#Woldaalee
#dhaabbatoota fi.k.k.f
done so far
Hojilee hanga yoonaatti hojjene keessa murasni
dhaabbatoota garaagaraaf websayiti hojjennera Fakkeyaaf. kollejji tvet saqqaf website hijjeneera waajira paarti Badhaadhina Magalaa jimmaf siysema galmee misensaafi websayiti hojjenera. hospital sadarkaa jalqaba kokeetiitif systema galmee dhukkubsatafi websayiti hojjeneera namoota dhuunfaaf Applikeshinaafi websayiti dhuunfa hojjeneera.